Qentee ta’uu/ Yesusin jaalatamu

Barumsa waa’ee Jireenya –Hiiryaa stevenni qabe gooftaan jreeya keenya keessati kan nutty ittin waalansoo qabnu, wa’ee qeentee ta’u jireeya keenyati dubaachu isa. Xiyyeffanna: Walitti dhufeeyna/Hawaasaa. Barumsa waa’ee lubbu.Pawuloos qeentee ture hojii waaqayyos yeroo hojeche ture jireeyi qeentee filatama akka ta’ee dubaata. Xiyyeffanna: Amali christiyyaana dursa hojii wangeela ti. Xumura: Waaqayyoo qeentaa YKNs immoo fuudha fi heeruma haala kami keessaati inni feedhi kee siif in guutaa.