Mana immoo Mana jireenya, Waaqayyoo isaa jirataa

Barumsa waa’ee jireenya: Mana kee mana jireeya godhadhu. Xiyyeffanna:Hawaasaa;. Barumsa waa’ee:Baayeen keeya manaa adda- adda keessaa jiran ,garuu isaa iyyuu yoo jiraanee manaa keenya mana jireenya gochuu qabna. Xiyyeffanna: Mul’ata addunyaa. Xiyyeffanna: Bakka dunkaani gooftaa jiraatuu,kan inni Mulisuu waaqayyoo saba Israa’elii wajjin jirachu isa. Xumura:Waaqayyoo dangaa murtaa’e keessaa hin jirattu,Idoo fi wanti isaa dangeesu hin jirattu ,inni yeroo kamin iyyuu baka hundumaa in jirata..