Busaa

Barumsa waa’ee Jireenya –Macaafin Qulqulluun maali? Barumsa waa’ee lubbu –Macaafin qulqullun nuuf sagalee waaqayyoo ti,namoota hafuura waaqayyootiin geggeefaaman kan barreefamee, jaajabinaa fi abdii kan kennuudha. Xiyyeffanna:Dhibeen busaa sadarkaa addunyaa guuttuu ti kan du’a fidduudha.Garuu dhibee kana irra fayyu niif offii irra ittisuun ni danda’ama. Xiyyeffanna:Hawaasaa. Xiyyeffanna: Macaafin qulqulluun nuuf sagalee waaqayyoo ti Xiyyeffanna: Fayyaa fi wal’aansaa( Doktorii). Ijoo dubbi: Dubartoon tajaajilii gooftaaf gargaaruf barbaachisoodha.