Kennaa keenyati fayyadamuu/ dubartoota yesus duukaa bu’an
Barumsa waa’ee Jireenya –Kennaa keenyaan namoota kana biraa gargaaramu. Xiyyeffanna: Dubartoota yesus duukaa bu’an. Barumsa waa’ee lubbu – Dubartoon baayeen attamitti kennaa isaani kanan namoota kan biraa garggaaruu akka dand’aan waaliin haasaa’uu. Xiyyeffanna:Hawaasaa. Xiyyeffanna: Dubartoon attamitti kennaa isaani fi qabeenya hojii goofta yesusin hojeechuu aka danda’aan waalin haasaaa’uu. Xiyyeffanna: Jireenya christiyyaanoota. Ijoo dubbi: Dubartoon tajaajilii gooftaaf gargaaruf barbaachisoodha.