Mucaa dhii’oo dhalateef kunuunsa gochuu.

Barumsa waa’ee harma osisuudhan, qulqulliina naafaa isaan egguudhan attamitti eggaana gochuufn akka danda’amuu. Xiyyeffanna: Barumsa waa’ee: Seenaa Museen biyya gibxiittii garba ta’u isa. Xiyyeffanna: Fayyuumaa fi sirna nyaata. Ijoo Dubbi: Seenaa jireenya Museef waaqayyoo eggaanaa gochuu,nuus akkummaa ijoolee keenyaaf egaana gochuu aka qabnuu dha.